Reta
13 posts


Gaafa inni Fuudhee booda: Soddoomni Suni “political marriage” nat fakkaatee, Kuruurutti galuu mala jedhee yaadeen ture.
Sababi kiyya, hirmaannaa Kadiroota buleeyyii akka Dhaabaa Dabalee gadi-fageenyaan kan bu’uureffate ture.
Garuu garuu garuu…. Qaallichi sibila. Ittiiqaan Sibiila hin dhommoqne. Balastiraa dha jedhuu dandeetta.
Besseen Jooniyyaan dhiyaatuufi hin dhabne. Kireeffamee akka sirbu Jaalaa-Soddaan itti marmaaruu hin dhabne.
BBR akdassaa isa yaalte.
I think hawaasa Fuul-Kitaabee (Facebook) malee hawaasni Twitter (X) BBR hin beeku.
Bessee + Bexeree + Roorroo jech’uu.
Kha Oromoo hedduu jilgeenfachiste sani.
Ittiiqaa ni dadhabde. Hin dandeettullee.
Mataa-Dhiiraati beeki

हिन्दी
















