Sabitlenmiş Tweet
Garbii Bultoo
2.5K posts

Garbii Bultoo
@GarbiiB
Osoon Lubbuun jiruu Itiyoophiiyaa waliin hin jiraadhu ani Garbiin Oromiyaa walaboomte keessa malee.
Nairobi, Kenya Katılım Temmuz 2021
591 Takip Edilen8.9K Takipçiler

#AMMEE
☆Dugdaa Daawwaa: Ganda Biyyoo qundhii leencichi to'ateera!
Injifannoo!
OROMIYAAN BIYYA ✊ ✊ ✊

हिन्दी

#Ofeeggannoof
Jaallan kaabba liixa shaagaar irran jirtaan ofegaano tolcha !
Waraani komaando mootumaa maafiyaa PP paatirol 3 fi Oraali tokkon meesha Waraana kilaashi turki , Bireeni fi isnaayipari qabaachudhan garasiti deema jirti.
हिन्दी

Gujii Bahaa godina Nageelle Booranaa jala #Takkaarriitti Gootichii Soddoom booroo PP daareesse diina kaampii baase! IUOf‼️
Eesti

#Sibiillii kuni Walloo Ona Baatee gabaa walakkaa keessatti argama Mootummoonnii habashaa kan Sabboontoota Oromoo irrattii fanniisaa tureedha. Akka Hasan Ammeefaa asittii fannifaman jechuudha. Ummanni gabaa dhufu akka jiiluuf ykn sodaatuuf gabaa walakkaa keessatti fannisaa turan.

Suomi

#𝙄𝙣𝙟𝙞𝙛𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤_𝘽𝙤𝙤𝙣𝙨𝙖𝙖_𝙈𝙪𝙣𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖
#Arsii Bahaa Muneessaa
Ganda Heebanitti warra sakattaaf baate leencichi mataa maruun
*45 ajjeesee
*100 madoo godhe!
Odeessa gama meeshan argamee booda walitti deebina
OROMIYAAN BIYYA
#WBO_Waliin_Fulduratti

हिन्दी










