Oromia Prosperity Party / OPP /

1.6K posts

Oromia Prosperity Party / OPP / banner
Oromia Prosperity Party / OPP /

Oromia Prosperity Party / OPP /

@OromiaPParty

This is the official twitter account of Oromia Prosperity Party. committed to realize Ethiopia's Prosperity

Ethiopia Katılım Ağustos 2022
3 Takip Edilen10.2K Takipçiler
Oromia Prosperity Party / OPP /
fayyadamummaa hawaasa maraa mirkaneessan akka babal'ataan, jireenyaaf mijattuu fi hawwatuu taatee akka mul’atu taasisaa jiraachuun ammoo argarsiiftuu tokkodha. Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!
हिन्दी
0
1
2
26
Oromia Prosperity Party / OPP /
Paartiin Badhaadhinaa waadaa gocha qabatamaan raawwachuufi qormaata kamuu keessatti Injifannoo galmeessuu kan aadeffate Paartii sabaaf sablammootaa hundaa akkasumas kan uummata bal'aati. Magaalotni keenya qabatamaan bakka omishaafi gurgurtaa akka ta'an, bu'uuraleen misoomaa
हिन्दी
1
2
7
33
Oromia Prosperity Party / OPP /
#Hoolataa Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti! Sagantaan duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa hiriira deeggarsaan magaalaa Holataatti gaggeeffamaa jira.
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
1
2
17
81
Oromia Prosperity Party / OPP /
akkasumas uummatni bal’aan Godina Arsii Lixaafi Magaalaa Shaashamannee irratti hirmaataniiru.
Eesti
0
0
1
15
Oromia Prosperity Party / OPP /
#Arsii_Lixaa #Shaashamannee Itoophiyaa gara Biyya Fakkeenyummaatti! Sagantaan duula nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa guyyaa har’aa Magaalaa Shaashamanneetti geggeeffamaa jira. Sagantaa kanarratti miseensotni, deggartootniifi jaallatotni Paartii Badhaadhinaa
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
1
4
14
77
Oromia Prosperity Party / OPP /
Badhaadhina: paartii waadaa gochaan mirkaneesse! Badhaadhinni paartii waadaa gochaan mirkaneessu ta’uu isaatiif agarsiiftuun tokko magaalaa Finfinneedha.
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
1
2
14
82
Oromia Prosperity Party / OPP /
Deeggartoonni Badhaadhinaa magaalaa Finfinnees bariidhaan istaadiyoomii Finfinnee guutanii jiru.
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
0
0
0
21
Oromia Prosperity Party / OPP /
Itoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti! Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa bara kana gaggeeffamu ilaalchisee guyyaa har’aa Paartiin Badhaadhinaa sagantaa duula nafiladhaa magaalaa Finfinnee Istaadiyoomii Finfinneetti qopheessee jira.
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
2
4
22
171
Oromia Prosperity Party / OPP /
#Gujii_Adoolaa Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti! Paartii Badhaadhinaa filachuun hirmaannaafi fayyadamummaa Dargaggootaa dhugoomsuuf murteessuudha. Paartii Badhaadhinaa filadhaa! Mallattoon keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
1
1
7
105
Oromia Prosperity Party / OPP /
kamittuu mirkaneessiteefi birmadummaan ishee kabajameef Paartii Badhaadhinaa filadhaa! Paartii Badhaadhinaa filadhaa! Mallattoon keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.
हिन्दी
0
0
1
26
Oromia Prosperity Party / OPP /
#Boorana_Goomolee Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti! Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti sosochiin duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa geggeeffame. Itoophiyaa Badhaatee,kabaja lammilee ishee sadarkaa
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
1
1
8
82
Oromia Prosperity Party / OPP /
#Adaamaa Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti. Sagantaan duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaa aanaalee hunda keessatti geggeeffamaa jira.
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
2
4
13
89
Oromia Prosperity Party / OPP /
#Arsii_Zuwaay_Dugdaa Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti. Sagantaan duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa Godina Arsii aanaa Zuwaayi Dugdaatti geggeeffamaa jira. Paartii Badhaadhinaa filadhaa! Mallattoon keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
0
2
9
63
Oromia Prosperity Party / OPP /
kabajameef Paartii Badhaadhinaa filadhaa! Paartii Badhaadhinaa filadhaa! Mallattoon keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
0
0
2
37
Oromia Prosperity Party / OPP /
#Boorana_Goomolee Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti! Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti sosochiin duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa geggeeffame. Itoophiyaa Badhaatee,kabaja lammilee ishee sadarkaa kamittuu mirkaneessiteefi birmadummaan ishee
Oromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet mediaOromia Prosperity Party / OPP / tweet media
हिन्दी
1
5
21
121