Simaa Dibaabaa

28 posts

Simaa Dibaabaa

Simaa Dibaabaa

@SimaaDibaac7gm

Katılım Mayıs 2026
39 Takip Edilen3 Takipçiler
Simaa Dibaabaa
Simaa Dibaabaa@SimaaDibaac7gm·
@BadheeA Warri kun eessa bahani badhee kan ilkaan isa akkas fakkatu kun.
Indonesia
0
0
1
3
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Unfuleensaroota Kuruuruu. Shaggar Daawwataa oolani jatte 😂
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
हिन्दी
7
0
20
358
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
በጉዲፈቻም ይሁን በሜdhaቻ፣ በሀርመ ሆdhaaም ይሁን በሶዶማ፣ እነኝን በአስቾኳይ ኦሮማይዝ እናድርግ። ኦሮሙማ ይሰጣቸዉ። They deserves partial Oromummaa 👌
AM
1
0
1
56
Simaa Dibaabaa retweetledi
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
She tried all her best to make them happy. Unlimitedly appeased to make them recognise her as a Mayor. - Dressed up Gondorigna. - Married Gondore. - Insulted Oromo and honoured their Emperor (Minilik). - Named parks, City projects and historical sites after Amhara values. - Appointed their representatives on key administrative posts. - practically denounced her Origin and History. Amharized Adanech Abebe. The Udaan Bisingaa 👇
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
English
6
1
9
509
Simaa Dibaabaa retweetledi
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Nagayaan Galle jechumaafi. Beautiful Adama 🤩
Indonesia
0
3
10
103
Simaa Dibaabaa retweetledi
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Keeziin Kuni akdabaa na dinqa ture. Konispaayirasiin Mootummaan Turkii dalage ajaa’iba. Wayita Lola Tigray sani, Ixiyophiyyaaf Diroonii Bayiraktar-2 kennaa ture. Diroonii sanillee kha opireet tolchan Turkoota. Pirojektii dandii Baabura sanis kha jaaru Sirkaala Turkiiti. Odeeyfannoo (geolocation) tika waraanaa Turkii fi Injinaroota ijaarsaan qindaa’een Opireetaroonni maashinoota fi Pirojektii ijaarsarra jiru dimixmaaxa balleechite. Achi booda Dachaa kudhaan baay’istee London, Mana Murtii Addunnaa dhimma kana laalutti himata bante. Atakaroo amata Afuri moo akkam booda himanni adda cite jetti The reporter. Maafiyaan walta dammaqxe jechumaafi
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
Eesti
0
1
5
294
Simaa Dibaabaa
Simaa Dibaabaa@SimaaDibaac7gm·
@BadheeA Badheen wanti raagde hundi milka'a jira boom boomo boom.
हिन्दी
0
0
1
13
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Qaallichi Dhugaa Dubbatuu ya calqe. A+ kennineef ❗️
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
हिन्दी
3
0
13
322
Simaa Dibaabaa
Simaa Dibaabaa@SimaaDibaac7gm·
Akka baratti malee akka yaadani hin bulaan.
हिन्दी
0
0
1
6
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
@OJiituu68602 Giraassoon Tana hin dhageettu beeki. Gurratti quba if qirqiddee bira kutti. Udaan Bisingaati
हिन्दी
2
0
0
27
Oromia Jiituu
Oromia Jiituu@OJiituu68602·
@BadheeA jarri keenya kana inuma dhaggeeffatu mitii? Kaayyoon hundeeffama biyyattii gizaatiidha malee biyya hin turre.
Indonesia
1
0
2
21
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Keep pushing him down the corridor. TPLF is aggressively approaching the back door. Hopefully this road leads him to Finfinne.
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
English
3
3
27
505
Simaa Dibaabaa retweetledi
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
🚨 Stop Afrophobia What happened to Ethiopian shop owners in South Africa is not Xenophobia. Unexpected hatred towards African at home. A disgusting Afrophobia Stop Afrophobia 🛑
English
0
1
2
150
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Qaallichi Afrikaa Kibbaa keechat Lammii ixiyophiyyaa mataa facaase suni bitameeti jedhani. Literally “Kaasayee hookan Matoo-Hayyaa” biyya saniit. Kha bite dhoofsise immoo Sumaalee. Sababni Wal dorgommii Bizinasiit. Ixiyophiyyaanota san bakkasii buqqaasanii Suuqii monopoliin oofuu yaaddeeti jedhama.
Suomi
3
0
12
466
Simaa Dibaabaa
Simaa Dibaabaa@SimaaDibaac7gm·
@BadheeA Akkas ture bara san garuu yeroo amma kanaa ni dandaa'ama ree yaa warra pp.
Indonesia
1
0
1
16
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
OPDO onnachiisuusn haga Munnee wayyaaneetti quba suuquu kha geechise takka qaallicha kana beeki. OPDOn daallee daafana. Kuni qaallichi nam baratellee. Guddoo tabbata. Ammallee Kuruuruu irrat akka fincilu jajjabeechaa jechumaafi
हिन्दी
7
2
18
705
Simaa Dibaabaa
Simaa Dibaabaa@SimaaDibaac7gm·
@BadheeA Ayii humna qabda atii fb irra kara kana fidee namni asi hin jiru lakkaa.
Indonesia
1
0
1
13
Simaa Dibaabaa retweetledi
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Goojjamitti Lubbuu baasee dhufa Oromiyatti qeesii ta’ee Lubbu keef kadhata. በጎጀም ነብስ-ገዳይ በኦሮሚያ የነብስ-አባት Hell No ❗️
Eesti
5
3
23
1.3K
Simaa Dibaabaa retweetledi
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Two Ethiopian 🇪🇹 shop owners in South Africa 🇿🇦, robbed and gunned down by anti immigrant protesters, Caught on CCTV camera. The situation seems beyond robbery and protest. The two guys were surrendered and lying on the ground when the young man first check for the environment and mercilessly shot them down. There must be a terrorist insurgence and therefore the government must act to prevent further harm.
English
146
200
1.1K
91.5K