Urgecha Negash

72 posts

Urgecha Negash

Urgecha Negash

@UrgechaN

No right thing at right time to get right will

Katılım Eylül 2020
36 Takip Edilen75 Takipçiler
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Unfuleensaroota Kuruuruu. Shaggar Daawwataa oolani jatte 😂
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
हिन्दी
6
0
19
323
Urgecha Negash
Urgecha Negash@UrgechaN·
Oromoota mandara kanaa nuu damaqsi @BadheeA baay'een rafaa jira
हिन्दी
1
0
2
35
Urgecha Negash
Urgecha Negash@UrgechaN·
Yeroo wayii 2020 Jawuun gara X(twitter) kanaan kootta duula gaggeesina nuun jedhee ture. Nutis tole jennee dhufne. O romoon as jiru garuu homaa ....@Jawar_Mohammed
Eesti
0
0
2
40
Urgecha Negash
Urgecha Negash@UrgechaN·
Even now, the country called Ethiopia is heading toward collapse; it is necessary to stop and observe properly. A new solution is required, and it is essential to instill hope in the citizens.
English
0
0
2
47
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Micayoo Bareedduun Kuni of huute jedhani. Waaqi biyyoo haa salphisuuf. Maatiif jajjabina ! Kanaan wal qabatee yaada kennuun fedha. Tokkoffaa : Hawaasni keenya akka Hawaasaatti, dhaloonni kuni akka dhalootaatti (Gen Z) fi Politikaan keenya hanqina furmaata hatattamaa barbaadu qaba. Hanqina Lubbuutti qoosu. Hanqina gatii lubbuu gadi diqqeessuu. Micayoon Kuni tarkaanfii kana irra gahuun dura ifit dhaadatuu vidiyoo fi barruu gabaaba screenshot tolfame naannessut jirtan. Calqaba sadarkaa kana gahuun dura kuufamni miidhaa hin jiraata. Hawaasni keenyaa, eegi dijitalatti madaqee asi “Social values” duri ittiin beekkamu gatee jira. oolii-bulii Wal quba hin qabu. Miidhama wal hin mariisisu Wal Baraaruuf sochii hin taasisu. “Social cleavage” tana furmaata itti tolchuu barbaachisa. Dhaloonni kuni, kan nu boodaa jech’uu ( Gen Z kha jedhamu), warri umriin 30 gadii rakkoo guddaa qabdi. Guddoo muddamti. Waa balleeysuufis of balleessuufis keecha deebitee hin yaaddu. Addunyaan biraa eegi kana hubatee furmaata kaayyatee jira. Furmaata akka Gorsa fi gabbisa xiinsammuu irrat invest tolchuu. Sadarkaa Mootummaatti imaammata keecha galee, bifa NGO fi Caasaa mootummaatiin mataa namaa irrat dalagama. Biyya daaraa akka ixiyophiyyaa Wanni akkanaa yaada keechahuu hin jiru. Kha jiru Biiroo dhimma dubartii fi Daayima minaammin. Sirkaalli Biiroo duwwaa keecha desktop hammattee teechee social Midiyaan mangistii faarsiti. Lammaffaa : Miidhamni Nami takka Dogoggora dhuunfaan irraan gahu waa hedduu balleessa. Akka ummataati nama takka dhabuun nu miidha. Akka matiitti, midhaan kun dachaa (exponential). Micayoon kun akka carraa ta’ee dhaadatte Funyoo ittiin of huutu Vidiyoon agarsiiftee raawwatte. Armaan durallee Qaallichi kaffaaloo jedhamu shugguxii baafatee yaalii akkanaa tolchuu ya agarre. Waaqi baraare amma hin jira natti fakkaata (hoo sababa biraan kute na sirreechaa). Micayoon kun adoo of hudhuuf akka deemte Hiccitiin qabattee raawwatte, Wanti hawaasni kun yaadu beekkamaadha. Dhirsatu Ijjeesee fannise jettu. Homaa Wal hin dhoksinu hundi akkanumatti yaadda. Remember the case of Andualem Gosaa. Gabaabumatti Furmaata Guddaa Barbaada. Sabni ya Mancaate jechumaafi
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
हिन्दी
12
7
40
572
Urgecha Negash retweetledi
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Gaafa inni Fuudhee booda: Soddoomni Suni “political marriage” nat fakkaatee, Kuruurutti galuu mala jedhee yaadeen ture. Sababi kiyya, hirmaannaa Kadiroota buleeyyii akka Dhaabaa Dabalee gadi-fageenyaan kan bu’uureffate ture. Garuu garuu garuu…. Qaallichi sibila. Ittiiqaan
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
हिन्दी
31
12
109
1.2K
Urgecha Negash
Urgecha Negash@UrgechaN·
likes and shares are not endorsement
English
0
0
0
17
Ivanka Trump RV Q🇺🇲
Ivanka Trump RV Q🇺🇲@IvankaTrumpRV2·
Is Donald Trump a terrorist to the world ? ○ Yes ○ No Comment below 👇
Ivanka Trump RV Q🇺🇲 tweet media
English
3.5K
266
1.6K
97.7K
Urgecha Negash
Urgecha Negash@UrgechaN·
Still, there is high infilation in Ethiopia. government has no takes any method
Urgecha Negash tweet media
English
0
0
1
18
Urgecha Negash
Urgecha Negash@UrgechaN·
Struggle is not only for others,also important for self
English
0
0
2
18
Urgecha Negash
Urgecha Negash@UrgechaN·
Milkeechaan hanga yoonaa homaa hin milkeechine
हिन्दी
0
0
3
18
Natnael Mekonnen
Natnael Mekonnen@NatnaelMekonne7·
በወርቃማዋ ከተማ ነቀምቴ
AM
8
20
140
8.2K
Urgecha Negash
Urgecha Negash@UrgechaN·
Osoo hin badhaadhin ykn daandii badhaadhinaa osoo hin qabatin badhaadhaa odeessuun sirrii miti
हिन्दी
0
0
1
26
Urgecha Negash retweetledi
Iran Force Media
Iran Force Media@IranMediaorg·
What factors lead people to believe high-profile incidents are staged ?
Iran Force Media tweet media
English
52
26
81
4.2K
Urgecha Negash
Urgecha Negash@UrgechaN·
nitii qaba mitii moo qubeelichi maali
Eesti
0
0
0
26