Badhaatuu Ayyalaa

339 posts

Badhaatuu Ayyalaa banner
Badhaatuu Ayyalaa

Badhaatuu Ayyalaa

@BadheeA

Na hordofnaan ! Koflaa gubatta. Boohaa Bashannanta! Abaaramaa Gammadda ! Midhamtes itti gaafatamta

เข้าร่วม Mart 2025
684 กำลังติดตาม755 ผู้ติดตาม
ทวีตที่ปักหมุด
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Two Ethiopian 🇪🇹 shop owners in South Africa 🇿🇦, robbed and gunned down by anti immigrant protesters, Caught on CCTV camera. The situation seems beyond robbery and protest. The two guys were surrendered and lying on the ground when the young man first check for the environment and mercilessly shot them down. There must be a terrorist insurgence and therefore the government must act to prevent further harm.
English
146
200
1.1K
90.7K
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Keeziin Kuni akdabaa na dinqa ture. Konispaayirasiin Mootummaan Turkii dalage ajaa’iba. Wayita Lola Tigray sani, Ixiyophiyyaaf Diroonii Bayiraktar-2 kennaa ture. Diroonii sanillee kha opireet tolchan Turkoota. Pirojektii dandii Baabura sanis kha jaaru Sirkaala Turkiiti. Odeeyfannoo (geolocation) tika waraanaa Turkii fi Injinaroota ijaarsaan qindaa’een Opireetaroonni maashinoota fi Pirojektii ijaarsarra jiru dimixmaaxa balleechite. Achi booda Dachaa kudhaan baay’istee London, Mana Murtii Addunnaa dhimma kana laalutti himata bante. Atakaroo amata Afuri moo akkam booda himanni adda cite jetti The reporter. Maafiyaan walta dammaqxe jechumaafi
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
Eesti
0
1
5
92
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
@OJiituu68602 Warra karadeemtota irraa dhalatan. Gosa ofii lakkaawachuu hin beekne, Haati adoo sagaagaltu tasa dhalte. Qaallichi ulfeeche maqaa isaa malee gosa isaa hin beektu. Addisababeelle hin barsiisne. Hedduun isii akkasi
हिन्दी
1
0
1
64
Oromia Jiituu
Oromia Jiituu@OJiituu68602·
@BadheeA Dur qonnaan bulaan keenya yeroo Finfinnee seenu, itti ashoofanii boquu gadi cabsaa turani. Stereotype itti tolchanii keessummaa taasisaa turan. Qabsoon Oromoo bu'uurri isaa kanadha. Ammayyuu የዘር ፖለቲካ warri jedhan kun kana hin dugeeffatani. 😑
Eesti
1
0
1
63
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
አራድዬ ቆረጠች፣ ከፈለገ ቅልንጦ ይጨምረን እንጅ አንፈረም አለች፣ የምገድለን ከሆነም ይሜ ብላ ወሰነች፣ እኛም Gabbisi waaq አልን፣ የተባረከ ይሁን እንደማለት ነዉ፣ ግን እኮ ተናግረዉ ስይጨርሱ 3ቱ በሀሳብ አፈግፍገዉ መላጣዋ ሰዉዬ ብቻዋን ቀረች😂
AM
2
0
14
857
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Filannoo Ixiyophiyyaatti Hirmaachuun ABO/KFO Sirriidha jettee amantaa ?
Suomi
2
0
2
64
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Qaallichi Kuni Diina Oromummaati. Yonas Birruu jedhama. Sirkaala teenna Ixiyophiyyaa gammachiisuuf munnee qomcee fi Tirgee arraabdu akdassaa irra deeme. Hoo feete Afaan Oromoo barattee isin haa caqastu. Amarinyaan isi jala gugguftanii hin xeebinaa maaloo maaloo jennee dadhabne beeki. Qaallichaaf A- kennine jechumaafi 👇
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
Suomi
1
0
9
172
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Tamalkat Amaarinyaa Giraassoo. Qinaat 😂
हिन्दी
3
1
7
208
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
@OROMIANIST Qaallichi hoo deceive tolfame malee itti yaadee hin yakku. Goota gowwaadha. Salphatti gowwomfamee dogoggaraa ture
Eesti
0
0
1
17
OROMIAN
OROMIAN@OROMIANIST·
@BadheeA Namni kun dhugaa 1 Oromoo biraa qaba. Keessattu warra Maccaa bira. Yeroo biiroo Nageenyaa Oromiyaa ture, qaamni baankii saame hidhannoo qaban kan mootummaan naannoo Oromiyaa beekudha jedhuun dubbate. Kun olola PP harkaatti dha'e. Goolii itti garagalchee.
हिन्दी
3
0
2
37
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Qaallichi Dhugaa Dubbatuu ya calqe. A+ kennineef ❗️
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
हिन्दी
3
0
11
221
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Kuruuruun Barataa wabii keenya egeree Yunivarsitiitti Raammoo nyaachisti. Gangistara fi Faarse Bulaatti miliyeena dhangalaasti. Baraataa Falmadhu Sabni si tumsa ✊
हिन्दी
3
0
16
248
Eng. Degaga Fekede
Eng. Degaga Fekede@DegagaEng25848·
@BadheeA Yeroo hooggantootni Yuunivarsiitii maqaa Ijoollee isaaniifi fira isaaniin lafaafi mana bitatanii quufanii cirrikfachaa jiranitti barataan beela'aa Jira.
Suomi
1
0
1
9
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
Barattoota Yunivarsitii: Ruuzii keecha Raammootu jira. Hoggana Yunivarsitii: Raammoon Ruuzii Ruuzuma. Nyaattu nyaadhu
Badhaatuu Ayyalaa tweet media
हिन्दी
4
0
11
341
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
@Reta7d Qafsoon kampasii calqabu duruu mangistii qayyaru malee hin dhaabatu
Indonesia
0
0
0
7
Reta
Reta@Reta7d·
@BadheeA Biyyii garamitti deema jirti badhe hundaafu kaampaasitti deebihufi garaa naa hin kutin
हिन्दी
1
0
1
6
Badhaatuu Ayyalaa
Badhaatuu Ayyalaa@BadheeA·
@CohenOnAfrica The illegitimate Ethiopian government deceives the world, claiming food self sufficiency while over 20 million people are starving.
English
0
0
0
74
Herman J. Cohen
Herman J. Cohen@CohenOnAfrica·
Senator Jeanne Shaheen is urging Secretary Rubio to maintain U.S. food assistance to Ethiopia, warning that cuts could leave up to 3.1 million people without aid during the critical lean season. With food insecurity projected to rise to 16 million, she cautions this could trigger a humanitarian crisis. The U.S. should act now to sustain lifesaving support, prevent further instability, and work with partners to ensure uninterrupted aid reaches the most vulnerable communities. semafor.com/article/05/01/…
English
50
32
71
14.6K